ERGAMA
Sirna bulchiinsa faaynaansii mootummaa magaalichaa akka hojii irra olu taasisuudhaan qabeenya gama hundaan jiru karaa bu'aa qabeessa, ga'umsa, iftoominaa fi qindoomina qabuun hojii irra ooluu isaa mirkaneessudhaan jireenyi hawaasichaa akka fooyya'u gochu dha.
MUL'ATA
Maallaqaa fi qabeenyi magaalichaa karaa haqaa fi bu'aa qabeessa ta'een hojii irra oolee oromiyaan itti fufiinsaan misoomtee, bara 2017tti uummatni naannichaa hiyyuummaa keessaa bahee sadarkaa galii giddu galeessaa irra ga'ee arguudha.
TOORA XIYYEEFFANNOO
Tajaajila sirriifi ifatti kan kenninu fi hojii keenya keessatti amanama qabna.
DUUDHALEE
• Mullata walinii (shared vision)
• Itti gaafatamummaa
• Karoora oggummaa
• Miira tajaaliltummaa
• Iftomina (transparency)
• Hirmaachisumaa (participatory)
• Hawwii jijjiramaa (optimistisim)